Ancootee

Ancooteen (coccinia abyssinica) biqiltuu hiddaa yoo ta'u kan facaafamuufis hundeensaa akka nyaatatti waan tajaajiluufi. Ancootee karaa lamaan marguu danda'a: ijasaa yoo facaasanii fi hundeesaa yoo dhaabani. Ancooten biqiltuu waggaa yoo ta'u erga ija godhatee booda ni goga. Hundeensaa garuu lafa keessa turuun hanga roobni dhufutti eeggata, jiidha gaafa argates deebi'ee marga.


© MMXXIII Rich X Search. We shall prevail. All rights reserved. Rich X Search