Oromoo

Oromoon uummata afaan hortee Kuush dubbatu kan Bahaa fi Kaaba-Baha Afrikaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Odeeffannoon jiru akka ibsutti, ummanni Oromoo akka hawaasaatti Gaanfa Afrikaa keessa waggoota kuma baay'eedhaaf jiraachaa ture (Prouty et al., 1981). Bates (1979) Oromoon sanyiii duriifi jalqabumaa kaasee naannoo kana jiraachaa tureedha, tarii uummattoonni naannoo Baha Afrikaa kaan baayyeen kan irratti waraabamani.


© MMXXIII Rich X Search. We shall prevail. All rights reserved. Rich X Search